Tajaajila Geejjibaa ammayyeessuufi nageenya tiraafikaa mirkaneessuuf teknooloojiwwan hojiirra oolaa…
Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC)- Tajaajila Geejjibaa ammayyeessuufi nageenya tiraafikaa mirkaneessuuf teknooloojiwwan garaagaraa hojiirra oolaa jiru jedhe Ejensiin Geejjiba Oromiyaa.…