Fayyaa Guyyaan Dhibee Busaa Jimmaatti kabajame Tsehay Guluma Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Guyyaan dhibee Busaa addunyaa yeroo 18ffaaf magaalaa Jimmaatti kabajameera. Guyyichi mata duree "kalaqa haarawaa fi leecalloo walitti qindeessuun kutannoo…
Oduu biyya keessaa Raayyaan biyyaaleessaa kaayyoo isaa hubate ijaarameera-Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa Tsehay Guluma Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Raayyaan biyyaaleessaa gama hundaan of gahoomsee fi kaayyoo isaa sirnaan hubate ijaaramuu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Raayyaa Ittisaa Biyyaa Fiildi…
Oduu biyya keessaa Gareen Deebii Saffisaa Raashiyaa-Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa Daawwate Tsehay Guluma Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Afrikaarraa jalqaba kan ta’ee Gareen Deebii Saffisaa Raashiyaa- Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwateera. Garichi leenjii waloo magaalaa…
Oduu biyya keessaa Opireeshinii Magaalichatti gaggeeffameen gochaaleen yakkaa hir’achaa dhufuun ibsame Tsehay Guluma Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Opireeshinii qindaa’aa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameen gochaaleen yakkaa hir’achaa jiraachuun ibsameera. Poolisiin Federaalaa fi Poolisiin…
Ispoortii Piriimeer Liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Galaan injifate Tsehay Guluma Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a taphatameen Dambi Doolloon Galaan injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 10:00…
Oduu biyya keessaa Qaamoolee milkaa’ina misooma Koriidarii Kaazaanchisiif gumaacha taasisaniif sagantaan beekkamtii… Tsehay Guluma Apr 23, 2025 0 Finfinnee, Ebla 15, 2017 (FMC) – Qaamoolee milkaa’inaan xumuramuu misooma Koriidarii Kaazaanchisiif gumaacha taasisaniif sagantaan galateeffannaa fi beekkamtii kennuu gaggeeffamaa jiraachuun…
Fayyaa Itiyoophiyaafi Raashiyaan damee fayyaan waloon hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma Apr 23, 2025 0 Finfinnee, Ebla 15, 2017(FMC)- Itiyoophiyaafi Raashiyaan waliigaltee damee fayyaan waloon hojjechuu isaan dandeessisu mallatteessan. Waliigaltichi qulqullina, weeraroota dursanii…
Teeknooloojii Dhaabbanni Biraazil xiyyaara oomishu Itiyoophiyaatti damee Aviyeeshiniirratti hirmaachuu akka… Tsehay Guluma Apr 23, 2025 0 Finfinnee, Ebla 15, 2017(FMC)- Dhaabbanni Biraazil xiyyaara oomishu Imbireer jedhamu Itiyoophiyaatti dameewwan Aviyeeshinii garaagaraa keessatti hirmaachuu akka barbaadu ibseera.…
Oduu biyya keessaa Ergaa Kantiibaa Adaanech Abeebee Tsehay Guluma Apr 23, 2025 0 Yaada karoorsine gara qabatama guddummaatti fidaa itti fufnee jirra! Qaama misooma koriidarii fi deebisanii misoomsuu Kaazaanchis kaleessa eebbifamee kan ta'e Addabaabaayii…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Maree Biyyaalessaa qooda fudhattoota marii ajandaa walitti qabuu sadarkaa biyyaalessaa… Tsehay Guluma Apr 23, 2025 0 Finfinnee, Ebla 15, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa qooda fudhattoota yeroo itti aanu marii ajandaa walitti qabuu sadarkaa biyyaalessaa fi Federaalaatti mari’atamurratti…