Oduu biyya keessaa Humni Elektiriikaa addaan citee ture deebi’e Tsehay Guluma Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa tokko tokkotti humni Elektirikaa addaan citee ture guutuumaan guutuutti deebi’eera jedhe Tajaajilli Elektirikaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa tokko tokkotti humni Elektirikii addaan cite Tsehay Guluma Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa tokko tokkotti humni Elektirikii addaan cituu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa hubachiise. Tajaajilichatti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Dhaabbileen Ameerikaa damee qonnaa Itiyoophiyaarratti akka hirmaataniif… Tsehay Guluma Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Dhaabbileen Ameerikaa hojiilee misooma qonnaa Itiyoophiyaarratti akka hirmaataniif Pireezidaantiin FDRI Taayyee Asiqasillaaseen waamicha dhiyeessan.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 9 darbe Tsehay Guluma Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaalittitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 9 darbeera. Balichaan daa’ima umurii waggaa sadii…
Oduu biyya keessaa Imala Qaama miidhamtummaan hin daangeessine Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2017 (FMC)_ Qaama Midhamtummaan na mudate abdii Murannoo osoo hintaane Cimina na horachiise jedhe Barataan Yuunivarsiiti Jimmaarra eebbifame. Jiraataan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Faalama naannawaa ittisuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)- Faalama naannawaa ittisuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba jedhan Daayiektarri Olaantuun Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Injiinar Leelisee Nameen.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Sagantaan eegalchiisa Tajaajila Lammummaa gaggeeffame Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)- Sagantaan eegalchiisa hojii Tajaajila lammummaa Naannoo Oromiyaa Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti eegaleera. Mootummaan waggoottan jijjiiramaa keessatti…
Oduu biyya keessaa Boordichi Abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 88 ol galmeessaniif lafa Invastimanti… Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)- Boordiin Invastimantii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa kuma 3 fi 781 ol ta'an Kaappitaala Birrii biiliyoona 88 ol galmeessisaniif lafa Invastimantii…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture eebbisiise Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC) –Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota ogummaa adda addaan sagantaa idilee fi idileen alaan barsiisaa ture kuma 1 ol marsaa 7ffaaf eebbisiisaa jira.…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiwwan garaagaraa barattoota eebbisisan Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC )- Yuunivarsiitiin Haramaayaa fi Arsii barattoota gosa barnootaa gargaraan barsiisaa ture eebbisisaniiru. Yuunivarsitiin Haramaayaa Marsaa 70ffaaf…