Finfinneetti taarifa Geejjibaarratti fooyyeessi gatii taasifame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) –Biiroon Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Sirreeffama gatii gurgurtaa boba’aarratti taasifame hordofee gatii taarifaa geejjibaa fooyyeesseera.…