Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa yaa’ii duraa guyyaa boruu gaggeessa Tsehay Guluma Sep 27, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2019 (FMC)_ Caffeen Oromiyaa Yaa'ii duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii Caffee 7ffaa Fulbaana 18, 2019 Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti ni gaggeessa. Af Yaa'iin Caffee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abrahaam Balaay Komishinara Komishinii Anniisaa Niwuukilaaraa ta’uun muudaman Tsehay Guluma Sep 27, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Dooktar Abrahaam Balaay Fulbaana 14, 2019 irraa egalee Komishinara Komishinii Anniisaa Niwuukilaaraa gochuu…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii Miiliyoona 500 olitti tilmaamaman to’ataman Tsehay Guluma Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) - Meeshaaleen kontiroobaandii bahii fi galii Birrii miiliyoona 500 fi Miiliyoona 3 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Magaalaa Finfinnee daandiiwwan Ayyaana Damaraa sababeeffachuun cuufaman ifoomse Tsehay Guluma Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC)- Poolisiin Magaalaa Finfinnee daandiiwwan Ayyaana Damaraa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun konkolaattootaaf cuufaman ifoomseera. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti Ayyaana Damaraa sababeeffachuun duulli qulqullinaa gaggeeffame Tsehay Guluma Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC)- Ayyaana damaraa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun Magaalaa Finfinnee bakkewwan ayyaanichi itti kabajamuu duullii qulqulleessuu gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti yeroo murtaa’eef sosochiin Doqdoqqee dhorkame Tsehay Guluma Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC)- Har’a irraa eegalee Magaalaa Finfinneetti geejjibni doqdoqqee dhorkameera jedhe Qajeelchi Olaanaa Poolisii Magaalaa Finfinnee. Qajeelchi…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni fi Hojjettonni FMC duula qulqullinaa gaggeessan Tsehay Guluma Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC)- Hoggantonni fi Hojjettonni Faanaa Miidiyaa Korporeeshin ayyaana Masqalaa fi Irreechaa sababeeffachuun duula qulqullinaa gaggeessaniiru. …
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad, Omaar Gillee fi Alikoo Daangootee waliin ta’uun Jibuutiitti ujummoo boba’aa… Tsehay Guluma Sep 24, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2019 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Jibuutii Omaar Gillee fi Alikoo Daangootee waliin ta’uun Jibuutii Daamaarjoogin irraa ka’ee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galan Tsehay Guluma Sep 24, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2019 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daawwannaa hojiif Jibuutii galaniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad wayita Jibuutii gahan…
Oduu biyya keessaa Kitaabni seenaa Jireenyaa fi imala loltummaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa irratti xiyyeffate… Tsehay Guluma Sep 22, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2019 (FMC)- Kitaabni seenaa jireenyaa fi imala loltummaa Itaamaajoor Shumii Waliigalaa Humna Waraanaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa irratti xiyyeeffate ‘Dil…