Injifannoon Adwaa nageenya waloo fi tumsa loltummaa Afrikaanotaaf bu’uura cimaadha- Injiinar Ayishaa…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC)- Injifannoon Adwaa nageenya waloo fi tumsa loltummaa Afrikaanotaaf bu’uura cimaadha jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Injiinar Ayishaa…