Oduu biyya keessaa Waardiyyaa Dachee fi Qilleensaa… Tsehay Guluma Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC)- Birmadummaa biyya tokkoo mirkaneessuun kan danda'amu, raayyaa ittisaa cimaa teeknooloojii jabanaa hidhate, tooftaa waraanaan gahoomee fi Raayyaa nageenya…
Fayyaa Sirna fayyaa Afrikaa dandeettii ofii kenyaan yeroo ijaaruu dandeenyurratti argamna- Obbo Tamasgeen… Tsehay Guluma Jul 22, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2018 (FMC)- Sirna fayyaa Afrikaa dandeettii ofii kenyaan yeroo ijaaruu dandeenyurratti argamna jedhan Ittaanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xurunaa. Obbo…
Oduu biyya keessaa Leencoota Samii… Tsehay Guluma Jul 22, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2018 (FMC )- Birmadummaa biyyaa haala amansiisaan kabachiisuuf dhimmoota dandeessisan keessa Humna Qilleensaa Meesha ammayyaa hidhate ykn yeroo wajjiin deemu…
Ispoortii Alii Ahimad Inistiityuutii leenjiifi qorannoo Daraartuu Tulluutti argamuun biqiltuu Ashaaraa… Tsehay Guluma Jul 22, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2018 (FMC) –Taphataan Garee Biyyaalessaa Kaanaadaa fi kilaba Noorwichi Siitii Alii Ahimad Kutaa Magaalaa Sulultaa Inistiityuutii leenjiifi qorannoo Daraartuu…
Oduu biyya keessaa Haati Yaa’ii Maree Biyyaalessaaf dhufte ilma dhiiraa hofkaltee maqaa mucaa ishee “Mikikkir “ jette… Tsehay Guluma Jul 16, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC)- Yaa’iin Maree Biyyaalessaa hirmaattoota kutaale biyyattii gargaraarra walitti babba’an wajjiin Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Kanneen keessaa…
Oduu biyya keessaa Faayidaa biyyaaleessaa keenya dabarsinee kennuurra, dhimmoota walii hin gallerratti mari’achuun… Tsehay Guluma Jul 16, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC)- Faayidaa biyyaaleessaa keenya dabarsinee kennuurra, dhimmoota walii hin gallerratti mari’achuun furuu qabna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inoonni argaman xumura imalaa miti bu’uura ce’umsa itti aanuuti- Pir… Tsehay Guluma Jul 16, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC)- Milkaa'inoonni argaman xumura imalaa miti bu'uura ce'umsa guddaa itti aanuuti jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Biiznasii Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa galii biiliyoona 42 ol walitti qabe Tsehay Guluma Jul 16, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC) - Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa bara baajatichaa tajaajiloota garaagaraarraa galii Birrii biiliyoona 42.7 walitti qabeera jedhe. Daayrektarri…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shideen Daayirekteera Oppireeshiin Maneejiingi Baankii Addunyaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC)- Minisitiirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen Daayirekteera Oppireeshiin Maneejiingi Baankii Addunyaa Aanaa Beerdee waliin mari’ataniiru. Obbo…
Ispoortii Falmii Faransaay Ispeen waliin taasiftu… Tsehay Guluma Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC)- Waancaa Addunyaa 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon gaggeeffamaa jiruun taphni walakaa xumuraa har’a halkan eegala. Haaluma kanaan…