Oromiyaatti sirni qophii baajataa sagantaa irratti hundaa’e ifoomsuu gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)-Naannoo Oromiyaatti sirni qophii baajataa sagantaa irratti hundaa'e ifoomsuu gaggeeffameera.
Sirnichi Bakka Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa…