Ispoortii Arsenaal 1 – 0 Cheelsii Tsehay Guluma Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) - Darbiin Landan Olaantummaa Arsenaaliin xumurame. Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaa har 'a taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0n…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa Daandirraa marsaa 5ffaan gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Sagantaan xumuraa dorgommii Qur’aanaa biyyaalessaa fi Afxiraa daandirraa gaggeeffamaa jira. Sagantaa Afxiraan dura Dorgommiin qur’aanaa mata duree…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Jijjiiramaa hudhaalee rogdanuu magaalota raasan furuuf inisheetivoota bocee hojjechaa… Tsehay Guluma Mar 16, 2025 0 Hangafa Inisheetivoota Magaalaa — Qusannaa, Liqiifi Invastimantii Mootummaan Naannoo Oromiyaa, misooma magaalatiin galmoota tarsiima’oo afur, cehumsa hawaas-dinagdee magaalaatiif bu’uura…
Oduu biyya keessaa Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti Ijaarsi Pirojektii Gaaddisa Mana Murtii Aadaa eegale Tsehay Guluma Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Magaalaa Shaggar Kutaa magaalaa malkaa Noonnootti ijaarsi pirojektii Gaaddisa Mana Murtii Ol dabarfataa eegaluun ibsame. Magaalaan Shaggar galma…
Oduu biyya keessaa Jimmatti Barattoonni Sagantaa Itiyoo koodarsiin leenji’an 842 eebbifaman Tsehay Guluma Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti Barattoonni Sagantaa Itiyoo koodarsiin leenji’aa turan 842 eebbifamaniiru. Itiyoo koodarsiin mata duree "Itiyoophiyaa dijitaalaaf"…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin misooma Jallisii Godee oomishtummaa dabale jedhame Tsehay Guluma Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) -Pirojektiin misooma jallisii Godee baatii Mudde darbe eebbifamee tajaajila kennuu eegale Naannoo Somaaleef dandeettii oomishaa haaraa ta’eera jedhame.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan galateeffannaa walharkaa fudhiinsa baallii Gadaa 72ffaa gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Mar 14, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) - Sagantaan galateeffannaa walharkaa fudhiinsa baallii Gadaa 72fffaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Saganticharratti…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa sagantaa Afxiraa gaggeesse Tsehay Guluma Mar 14, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa sagantaa Afxiraa Hoteela Iskaayilaayititti gaggeesseera. Kaayyoon sagantichaa waloomaa fi obbolummaa cimsuuf akka…
Oduu biyya keessaa Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Ruwaanadaa Jeneraal Mubaarak Mugaagaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa… Tsehay Guluma Mar 14, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Itaamaajoor Shumiin Waliigalaa Ruwaandaa Jeneraal Mubaarak Mugaagaa fi jilli isaanii mooraa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa daawwataniiru. Jilichaaf…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Dhimma Alaa haala waqtaawaa Naannoo Tigraayirratti Diippilomaatoota waliin mari’ataa… Tsehay Guluma Mar 14, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Ministeerri Dhimma Alaa haala waqtaawaa Naannoo Tigraayirratti hawaasa Dippiloomaatoota Itiyoophiyaatti argaman waliin marii gaggeessaa jiraachuun…