Oduu biyya keessaa Waltajjiin Sochiilee Loojistiksiirratti xiyyeeffate gaggeeffame Tsehay Guluma Mar 14, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) –Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii waltajjii marii sochiilee Loojistiksii Biyyaalessaa gamaaggamu Magaalaa Finfinneetti gaggeesseera.…
Oduu biyya keessaa Magaalonni bakka jireenyaa qofa osoo hin taane giddu gala Oomishaa ta’aa jiru jedhame Tsehay Guluma Mar 14, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Magaalonni galmoota magaalaa qabame milkeessuun karoora imala badhaadhinaa galma yaadameen gahuuf hojjechaa jiraachuun ibsame. Kunis wabii nyaataa…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan gita isaanii Ruwaandaaf kennaa adda addaa kennan Tsehay Guluma Mar 14, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) -Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Itaamaajoor Shumii Waliigalaa Ruwaandaa Jeneraal Mubaarak Mugaagaaf…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon gita isaanii Israa’eel waliin mari’atan Tsehay Guluma Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Israa’eel Geediyoon Sa’aar waliin mari’ataniiru. Dhimmoota…
Ispoortii Roonaaldoon filannoo Pireezidaantummaa Biraaziil keessaa of baase Tsehay Guluma Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) - Taphataan Kubbaa Miilaa duraanii Biraaziilii fi Riyaal Maadriid Roonaaldoo Liwiis Naazaariiyoo Diiliimaan filannoo Pireezidaantummaa Federeeshinii…
Oduu biyya keessaa Misoomni koriidarii marsaa 2ffaan yeroo dhiyootti xumuramee tajaajilaaf banaa ta’a –… Tsehay Guluma Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017(FMC) - Misoomni koriidarii marsaa 2ffaan yeroo dhiyootti xumuramee tajaajilaaf banaa akka ta'u Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee ibsan.…
Oduu biyya keessaa Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Sagantaa Afxiraa gaggeesse Tsehay Guluma Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Sooma ramadaanaa sababeeffachuun sagantaa Afxiraa gaggeesseera. Sagantichi mata Duree “Ramadaanaatti, Walooma…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Booranaa sirna Gadaa tiksee har’aan gahuu keessatti qooda olaanaa qabaachuun ibsame Tsehay Guluma Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurraahman Magaalaa Mooyyaaleetti kutaalee hawaasa garaagaraa waliin mari’ataniiru. Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa Kuubaa Masaraa Biyyaalessaa daawwatan Tsehay Guluma Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Kuubaa Biruunoo Eedwaardoo Roodiriigeez Paariilaan Masaraa Biyyaalessaa daawwataniiru. Daawwannaa isaaniin,…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Angoolaa Finfinnee galan Tsehay Guluma Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Dura Taa’aan Yeroo ammaa Gamtaa Afrikaa fi Pireezidaantiin Angoolaa Joo’awoo Looreenzoon Finfinnee galaniiru. Pireezidaantichi wayita Buufata Xiyyaraa…