Oduu biyya keessaa Boordichi Sochii Siyaasaa ABUT dhorke Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Sochii Siyaasaa Adda Bilisummaa Ummata Tigraayi dhorkeera. Boordichi ibsa baaseen ABUT Hagayyaa darberraa eegalee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Warqinaa Gabaayyoon deeggarsa Deenmaarki Nageenya Gaanfa Afrikaa mirkaneessuuf taasistu… Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Barreesaa Olaanaan Dhaabbata Misooma Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabaayyoon deeggarsa Deenmaarki Nageenya Gaanfa Afrikaa mirkaneessuuf…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantii Itti Aanaan Kootidivaar Finfinnee galan Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Pireezidaantii Itti Aanaan Kootidivaar Timookoo Meeyileet Kooneen Yaa’ii 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Yaa’ii 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Magaalaa Finfinnee galaniiru. Wiiliyaam Ruutoon…
Fayyaa Naannoolee Oromiyaa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaatti tatamsa’inni Dhibee Busaa hir’achaa jiraachuun… Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 ( FMC) - Naannoo Oromiyaatti sosochii busaa balleessuu gaggeeffameen tatamsa’inni dhibichaa hir’achuu Hogganaa Itti Aanaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf dhufaniif Simannaa Addaa… Tsehay Guluma Feb 12, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2017, (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf dhufaniif Simannaa Addaa taasisaa jiraachuu Hojii Raawwachisaa Olaanaan Daandii…
Idil Addunyaa Tiraampi fi Puutiin Waraana Yuukireen dhaabuuf marii jalqabuuf waliigalan Tsehay Guluma Feb 12, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2017, (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi, Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin waliin waraana Raashiyaa- Yuukireen dhaabuuf ariitiin marii…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Hundeeffama Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii Itiyoo-Jibuutii xumurame Tsehay Guluma Feb 12, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2017, (FMC) – Waltajjiin Hundeeffama Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii Itiyoo-Jibuutii gaggeeffamaa ture xumurameera. Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii…
Idil Addunyaa Waltajjiiwwan Addunyaa irratti sagaleen Afrikaa akka dhaga’amuufi Gamticha cimsuuf hojii hojjetameen… Tsehay Guluma Feb 12, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2017, (FMC) – Waltajjiiwwan addunyaa irratti sagaleen Afrikaa akka dhaga'amuu fi Gamticha cimsuuf hojii hojjetameen bu’aa jajjabeessaan galmaa’uu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Nageenyaa fi Tasgabbii Gamtaa Afrikaa ta’uun filatamte Tsehay Guluma Feb 12, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Nageenyaa fi Tasgabbii Gamtaa Afrikaa ta’uun filatamuu Ministeerri Dhimma Alaa ibse. Walga’ii idilee 46ffaa Mana…