Oduu biyya keessaa Fooramiin kantiibootaa Paarkii Inxooxxoo daawwachaa jiru Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Fooramiin kantiibootaa projaktoota magaalaa Finfinneetti argamu daawwachaa jiru. Itti Aantuun kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Kabaja Ayyaana Turiizimii Addunyaa 17ffaan Godina Arsii Lixaatti Kabajamaa Jira Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Guyyaan Kabaja Ayyaana Turiizimii Addunyaa 17ffaan Godina Arsii Lixaatti Kabajamaa Jira. Kabaja Ayyaana Kanaa Irratti Miidiyaaleen Biyyaa Keessaa,…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dirree dawaatti projaktoonni ijaarsi isaanii xumurame eebbifame Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa projaktoota ijaarsi isaani xumurame eebbisiise. Ganda Indastirittii kan ijaarame Biiroo Misooma Lafaa baasii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa hundaa’e Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) –Naannoo Sidaamaatti Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa hundaa’e. Naannoo Sidaamaatti Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa miseensa 7 qabu boordii hojii…
Oduu biyya keessaa Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshiniin kan qophaa’e waltajjin Pilaanii Misooma Naannaawaa… Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshiniin kan qophaa’e waltajjin Pilaanii Misooma Naannaawaa gaggeeffame. Waltajjicharratti kan…
Oduu biyya keessaa Fooramii Kantiibotaa Ityoophiyaa hundaa’e Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Fooramii Kantiibotaa Ityoophiyaa hundaa'e. Dhimmoota magaalotaa kan ittiin wal mari'atan, walitti hidhamiinsa kan itti uuman, rakkooleef kan…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa itti gaafatamummaa heerri mootummaa lateen bifa adda ta’een ba’achuuf riifoormi… Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Manni marichaa itti gaafatamummaa heerri mootummaa lateen bifa adda ta’een ba’achuuf riifoormi waliigalaa taasisuuf adeemsarra jiraachuu ibse…
Oduu biyya keessaa Ministeera Nageenyaan kan qophaa’e waltajjin marii fi hirmaannaa hawaasaa gaggeeffama jira Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Ministeera Nageenyaan kan qophaa’e waltajjin marii fi hirmaannaa hawaasaa gaggeeffama jira. Waltajjicha irratti haasaa kan taasisaan, Ministiri…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo biyyaaleessaa filannoo marsaa 6ffaa biyaalessaa irratti paartilee morkattoota… Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo biyyaaleessaa filannoo marsaa 6ffaa biyaalessaa irratti paartilee morkattoota waliin marii’achaa jira. Boordiin Filannoo…
Oduu biyya keessaa Faanaan waggaa 25ffaa sababeeffachuun yeroo tamsaasaa Afaan oromoo irratti kan xiyyeeffate waltajjii… Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) –Faanaa Biroodkaastiingi koorporeet waggoota 25 darbaniif yeroo tamsaasa sagantaa Afaan Oromoo irratti kan xiyyeeffate waltajjii marii gaggeessaa jira.…