Hoji dhabdummaa magaalicha keessatti mul’atu hir’isuuf hojjetamaa jira – Waajjiricha
Finfinnee, Mudde 21, 2018(FMC) – Magaalaa Shaggaritti hoji dhabdummaa bal’inaan mul’atu hiri’isuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jire jedhe Waajjirri Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa magaalaa…