Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa milkaa’inaan xumurame – Komiishinicha Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) — Adoolessa 8, 2018 ifatti kan jalqabame Yaa’iin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa, adeemsa marii torbanootaaf tureen booda har’a milkaa’inaan xumuramuu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan walkabajuun ijaarru miidhagina hunda keenyaati – Kantiibaa Adaanech Abeebee Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan kabajaa walii irratti hundaa’uun ijaarru, mmidhagina keenya hundaati jedhan Kantibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee.…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa boqonnaa seenaa egeree fi hireen Itiyoophiyaa waloon kan itti bocame dha –… Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) = Mariin Biyyaalessaa boqonnaa seena qabeessa egeree fi hireen Itiyoophiyaa waloon itti bocame dha jedhan Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa Siyaasni Itiyoophiyaa miira mormii keessaa ba’ee gara daandiindhiifamaatti… Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) — Mariin biyyaalessaa haalli siyaasaa biyyattii miira walitti bu’iinsaa keessaa baa'ee gara daandii dhiifamaatti akka ce’uuf bu’uura kaa’uu Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa nageenya waaraa mirkaneessuun Afrikaaf fakkeenya ta’a — Oliisegun Obaasaanjoo Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) — Mariin biyyaalessaa Itiyoophiyaan gaggeessite nageenya waaraa mirkaneessuun Afrikaaf fakkeenya ta'a jedhan Gamtaa Afrikaatti Ergamaan Addaa Dhimma Gaanfa…
Ispoortii Arseenaal 3–0 Kooventrii Siitii Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) — Tapha Piriimer Liigii Ingilaandi haaraa eegale bara 2026/27'n tokko jedhee daandii kan eegale shaampiyoonaan bara darbee Arsenaal, kilaba ol-guddataa…
Ispoortii Arsenaalitti kanan makame waancaa injifachuuf – Ezrii Koonsaa Yonatan Birhanu Aug 21, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC)- Arseenaal Ezrii Konsaa Aaston Viillaa irraa mallatteessiseera. Taohataan umrii waggaa 28 Koonsaan erga Arseenaalif mallatteessee booda yaada kenneen,…
Oduu biyya keessaa Nageenya biyya eeguun lammilee biyyattii hunda ilaallata – jiraattota magaalaa Baambasii Yonatan Birhanu Aug 21, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2018(FMC) - Nageenya biyya eeguun lammilee biyyattii hunda ilaallata jedhan jiraattonni Naannoo Benishaangul Gumuz, Magaalaa Baambasii. Jiraattonni magaalattii…
Oduu biyya keessaa Humnoota galaanaa, galaana dhowwataman Yonatan Birhanu Aug 21, 2026 0 Humnoota galaanaa, galaana dhowwataman Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC) — Bishaan Itiyoophiyaaf kaleessas, har’as! Seenaan ishee kaleessaa inni guddaan bishaanota gurguddoo irraa kan…
Oduu biyya keessaa Mohaammad Ali Yuusuf Ergamaa Addaa Gaanfa Afrikaa Oluseegun Obaasanjoo waliin mari’atan Yonatan Birhanu Aug 21, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC) — Dura Taa’aan Komiishinii Gamtaa Afrikaa Mohaammad Ali Yuusuf, Pirezidaantii duraanii Naayijeeriyaa fi Ergamaa Addaa Gaanfa Afrikaa Oluseegun Obaasanjoo…