Oduu biyya keessaa Kabaja Ayyaana Cuuphaa Gondaritti Yonatan Birhanu Jan 19, 2026 0 Finfinnee, Amajii 11, 2018 (FMC) - Sirni ayyaana Cuuphaa magaalaa Gondar galaana Cuuphaa Faasiliidasitti geggeeffamaa jira. Sirna kana irratti Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee,…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti haala ho’aa ta’een kabajamaa jira Yonatan Birhanu Jan 19, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2018 ( FMC)- Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti haala ho'aa ta'een kabajamaa jira. Ayyaanichi keessumaa magaalaa Finfinnee Hurufa Boombiitti akkasumas magaalaa…
Oduu biyya keessaa Midhaginni, kennaa fi qabeenyi Itiyoophiyaan hin qabne hin jiru – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 18, 2026 0 Finfinnee, Amajii 10, 2018 (FMC) - Nutu hubachuu dhabe malee, midhaginni, kennaafi qabeenyi Itiyoophiyaan hin qabne hin jiru jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa fayyadamummaa uummtaa damee hundaan mirkaneessuu cimsee itti fufa- Obbo Adam… Yonatan Birhanu Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajii 8, 2018 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa fayyadamummaa uummtaa damee hundaan mirkaneessuuf hojiiwwan eegale cimsee itti fufa jedhan Pirezidaantii Itti Aanaan Paartichaa fi…
Oduu biyya keessaa Nageenyii fi tokkummaan dhaabbilee amantii utubaa ijaarsa mootummaa biyyaalessaa ti –… Yonatan Birhanu Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajii 8, 2018 (FMC) - Nageenyii fi tokkummaan dhaabbilee amantii utubaa ijaarsa mootummaa biyyaalessaa ti jedhan Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataatti Ministirri waamamaan…
Oduu biyya keessaa Ayyaana cuuphaa irratti balaan elektirikaa akka hin uumamneef eeggannoon fudhatamuu qaba –… Yonatan Birhanu Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajii 8, 2018(FMC) - Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa kabaja ayyaana cuupphaan walqabatee balaan elektirikaa akka hin uumamneef of eeggannoon barbaachisu fudhatamuu akka qabu…
Teeknooloojii Haleellaawwan odeeffannoo utuu hincufin raawwataman heddummachuu… Yonatan Birhanu Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018(FMC) - Addunyaa irratti tooftaan haleellaa saayberaa yeroo irraa yerootti jijjijjiiramaa dhufeera. Amma amma hubdoonni odeeffannoo cufuu caalaa hatuu fi…
Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 14 fuudhan Yonatan Birhanu Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 14 fuudhaniiru. Xalayaa muudamaa isaanii Pirezidaanti Taayyeef kan…
Oduu biyya keessaa “Kiin Itiyoophiyaan ” tokkummaa biyyaalessaa ijaaruu fi seenessa Biyyaalessaa… Yonatan Birhanu Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Ministirri Aadaa fi Ispoortii Shawiit Shaankaan "Kiin Itiyoophiyaan " tokkummaa biyyaalessaa ijaaru fi seenessa Biyyaalessaa babal'isuuf ga'ee guddaa…
Biiznasii Ergaa Bulchaa Olaanaa Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Yonatan Birhanu Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Waggoottan jijjiiramaa darbanitti imaammata maallaqaa ammayyeessuun, sharafa alaa fooyyessuun, jijjiiramni damee faayinaansii fi fooyya'iinsi…