Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee Yonatan Birhanu Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Sochiin dinagdee gooroo Itiyoophiyaa waggoota torba duraa cabiinsa keessa ture. Jeequmsi dinagdee gooroo, ba'aan idaa, hanqinni sharafa alaa fi gabaan…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa deggersa fooyya’iinsa dinagdee Itiyoophiyaaf kennu cimsee itti fufa- Uloof… Yonatan Birhanu Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Gamtaan Awurooppaa deggersa fooyya'iinsa dinagdee Itiyoophiyaaf kennu cimsee itti fufa jedhan itti aanaan Barreessaa Olaanaa Dhimmoota Siyaasaa Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Siyaasni hirmaannaa fi qooda fudhannaa dubartootaan itita – Obbo Saadaat Nashaa Yonatan Birhanu Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) – Siyaasni hirmaannaa fi qooda fudhannaa dubartootaan itita jedhan Sadarkaa Pirezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti qindeessaan kilaastera…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Gadaa… Yonatan Birhanu Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Magaalaan Gadaa yaadama diriirsa bu’uuraalee misoomaa qindaa’aa hordofa. Jalqabuma irraa mijatina misooma iddoo tokkootiif qabu (agglomeration) akka…
Oduu biyya keessaa Ga’ee dudhaaleen aadaa ijaarsa biyyaa keessatti qaban guddisuuf hojjetamaa jira – Obbo… Yonatan Birhanu Jan 13, 2026 0 Finfinnee, Amajji 5, 2018 (FMC) - Dudhaaleen aadaa bu'uura Dhugaa Waloo fi Seenessa Biyyaalessaa waan ta'aniif, ga’ee isaan ijaarsa biyyaa keessatti qaban guddisuuf hojjetamaa akka jiru…
Oduu biyya keessaa Seenessi waloo bu’uura Mootummaa cimaafi biyya jabduu ijaaruu ti – Obbo Kaffaaloo Tafarraa Yonatan Birhanu Jan 13, 2026 0 Finfinnee, Amajji 5, 2018 (FMC) - Seenessi waloo bu’uura Mootummaa cimaafi biyya jabduu ijaaruuti jedhan itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo…
Biiznasii Oromiyaatti lafti inveestimeentii hektaarri kuma100 fi kuma 43 abbootii qabeenyaaf akka kennamu… Yonatan Birhanu Jan 13, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2018(FMC) – Bara kana Abbootii Qabeenyaa haaraa kaappitaala qarshii biliyoona 200 fi biliyoona 63 ol galmeessaniif lafti inveestimentii hektaarri kuma100 fi kuma 43…
Ispoortii Naayjeeriyaan walakkaa Xumuraaf dabarte Yonatan Birhanu Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Dorgommii Waancaa Afrikaa 2025 qopheessummaa Moorookoon geggeeffamaa jiruun tapha nuusa xumuraan Naayijeeriyaan Aljeeriyaa 2 fi O'n injifatteetti.…
Oduu biyya keessaa Daandiin xiyyaaraa Itiyoophiyaa dhaabbata nageenyaaf dursa kennuu dha – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Daandiin Xiyyaaraa Itiyoophiyaa dhaabbata nageenyaaf dursa kennu ta'uu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa Buufata…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu cabiinsa sirna loojistiksii Itiyoophiyaaf deebii kan kennee dha… Yonatan Birhanu Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu cabiinsa sirna loojistiksii Itiyoophiyaa barootaaf tureef deebii kan kenne jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy…