Author
Yonatan Birhanu 1097 posts
Piriimar Liigiin Ingilaand har’a jalqaba
Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC) – Piriimar Liigiin Ingilaand bara dorgommii 2026/27 har'a galgala sa'aatii 4:00 irratti, tapha Shaampiyoonaa bara darbee Arsenaal fi Koovantirii Siitii…
Finfinnee: Magaalaa mijattuu fi dorgomtuu ta’uu mirkaneessaa jirtu
Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC) — Finfinneen misooma koriidarii, haaromsa magaalotaa fi misooma qarqara lagaa gaggeeffameen daran miidhagdee, guutummaatti jijjiiramteetti. Magaalaa…
Damee barnootaa bu’uurri cimaan itti kaa’ame
Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC) — Biyya tokko keessatti humna namaa beekumsaa fi dandeettii ga’aa qabu uumuun yoo hin danda'amne, hojiiwwan bu'uuraalee misoomaa fi kaappitaala qofa irratti…
Dorgommii Pirezidaantummaa Federeeshinii Kubbaa Miillaa Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Hagayya 13, 2018 (FMC) — Obbo Iisaayyaas Jiraa Booshoo filannoo Pireezidaantummaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa irratti qofaa isaanii dorgommiif dhiyaataniiru.…
Paarkii Araadaa carraa hojii fi tuurizimii guddisuuf gahee olaanaa qaba – Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) — Paarkiin Araadaa magaalaa Finfinnee keessatti ijaarame carraa hojii uumuu fi tuurizimii guddisuuf gahee olaanaa qaba jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…
Imala Itiyoophiyaa, miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta’uuf…
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa (WTO) ta'uuf marii taasisaa jirtu milkaa'inaan xumuruuf fooyya'iinsa hedduu fi hojiiwwan marii…
Roodriin Baarseloonaatti makame
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) — Taphataan sarara gidduu lammiin Ispeen Roodriigoo Heernaandez, Roodrii jedhamuun beekamu, Baarsaloonaatti makameera.
Roodriin waggoota torba…
Itiyoophiyaa – Giddugala Humna Haaromfamaa Baha Afrikaa
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) — Itiyoophiyaan waggoota saddeettan darbanitti diinagdee magariisaa dandamataa ta’e ijaaruu fi misooma humna haaromfamuu irratti hojii bal’aa hojjechaa…
Fayyadamummaa karra Galaanaa mirkaneessuuf Itiyoophiyaanoonni walta’iinsaan hojjechuu qabu-…
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Fayyadamummaa karra Galaanaa mirkaneessuuf tattaffii taasifamuun Itiyoophiyanoonni walta’iinsaan hojjechuu qabu jedhan Jiraattoonni Magaalaa Finfinnee.…