Buufanni Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu damee Tuurizimiif misiraachoo guddaa dha- Salaamaawiit…
Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Ministirri Turizimii Salaamaawiit Kaasaa ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu eegalamuun damee Tuurizimiif misiraachoo guddaa akka ta'e…