Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Mar 8, 2026 0 Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob Dirree dhaabbolee 10 of keessatti qabatee tajaajilawwan 73 ta'an lammiileef kennaa jira. Giddugalichi lakkooftuuwwan 96 maamiloota keessummeessan akka…
Oduu biyya keessaa Humnoonni Faayidaa Biyyaalessaa dabarsani kennuuf socho’an siyaasa Itiyoophiyaa keessaa qooda… Yonatan Birhanu Mar 8, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2018 (FMC) -Humnoonni Faayidaa Biyyaalessaa diinota biyyattiitti dabarsanii kennuuf socho'an siyaasa Itiyoophiyaa keessaa qooda argachuu hin qaban jedhan Dura…
Oduu biyya keessaa Godambaan Raayyaa Itiyoophiyaa dhaloota biyya ijaaruuf qophaa’aa ta’e uumuuf gargaara… Yonatan Birhanu Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018(FMC) - Godambaan Raayyaa Itiyoophiyaa dhaloota biyya ijaaruuf qophaa'aa ta'e uumuuf gargaara jedhan Daarekterii Bulchiinsa Godambaa Raayyaa fi Qorannoo…
Oduu biyya keessaa kaadhimamtoonni kuma 10 ol filannoo irratti dorgomuuf dhiyaataniiru – Boordicha Yonatan Birhanu Mar 6, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2018(FMC) - paartilee Siyaasaa galmaa'an 47 irraa kaadhimamtoonni kuma 10 fi 934 filannoo irratti dorgomuuf dhiyaataniiru jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Itoophiyaan seenaa keessatti cichoominaan kan dhaabatte gootummaa Raayyaa keenyaan – Obbo… Yonatan Birhanu Mar 6, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2018(FMC) - Itoophiyaan seenaa keessatti qormaatilee keessa cichoominaan kan dhaabatte gootummaa Raayyaa keenyaan jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo…
Oduu biyya keessaa Filannoon Waliigalaa 7ffaan akka milkaa’uuf mootummaan deggersa barbaachisu hunda ni kenna… Yonatan Birhanu Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018(FMC) - Filannoon Waliigalaa torbaffaan milkaa'inaan akka xumuramuuf mootummaaan deggersa barbaachisu hunda ni kenna jedhan Af-yaa'iin Mana Maree Bakka…
Oduu biyya keessaa Ragaalee filattoota irraa barbaadaman… Yonatan Birhanu Mar 5, 2026 0 A. Waraqaa eenyummaa gandaa ykn Paaspoortii B. Waraqaan eenyummaa gandaa ykn paaspoortiin yoo hin haarofnes, galmaa'uuf ni fayyada. Garuu yeroon waraqaan eenyummaa sun itti haaromfamuu…
Oduu biyya keessaa ABUT bajeeta misoomaaf ramadame qophii waraanaaf oolchaa jira – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 24, 2018(FMC) - ABUT bajeeta misoomaaf ramadame qophii waraanaaf oolchaa jira jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy ergaa Afaan Tigireen…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad uummata Tigiraayiif ergaa dabarsan Yonatan Birhanu Mar 3, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 24, 2018(FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad uummata Tigraayiif Tigirifgaan ergaa dabarsaniiru. Ergaa isaan dabarsan keessaa muraasni: 👉 Uummata…
Ispoortii Itiyoophiyaa Madin fi Magaalaan Shaggar qixa ba’an Yonatan Birhanu Mar 3, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 24, 2018(FMC)- Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 22ffaan Itiyoophiyaa Madin fi Magaalaan Shaggar 1 fi 1'n qixa ba'aniiru. Galgala Sa'aatii…