Naannoo Oromiyaatti oomisha aannanii guddisuuf hojjetamaa jira – Biiricha
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018(FMC) – Naannoo Oromiyaatti kurmaana 1ffaa bara 2018tti aannan liitirri biliyoonni 1 fi miliyoonni dhibba shan akka oomishame Biiroon Qonnaa naannichaa ibseera.…