Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaaf carraa guddaa Waliigaltee Biyyaalessaa Waaraa ti – Leetinaal…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2018 (FMC) - Mariin biyyaalessaa nagaa waaraa fi waliigalteewwan waloo Itiyoophiyaaf carraa guddaa dha jedhan hirmaataan mariichaa Leetinaal Jeneraal Yohaannis…