Qabeenya bishaanii irratti tumsaan hojjechuun furtuu ijoo misoomaa fi walitti hidhamiinsa naannawaa…
Finfinnee, Onkoloolessa17, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan misooma Bishaani fi Inaranjii tuumsa bu'uureffatee fi furmaatawwan Afrikaan hogganamaniif ga'ee tarsiimawaa ba'achaa jirti jedhan…