Oduu biyya keessaa Milkaa’ina Marichaaf… Yonatan Birhanu Jul 24, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2018(FMC) - Itiyoophiyaan rakkoolee madda waldhabdee fi wal shakkii ta'anii fi barootaaf walirratti daddabalamaa asi ga'an mareedhaan furmaata itti kennuuf Adoolessa…
Oduu biyya keessaa Nagaa fi misooma waloo – Ergama Itiyoophiyaa Gaanfa Afrikaatti… Yonatan Birhanu Jul 24, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2018(FMC) - Gaanfa Afrikaatti ummata baay'ee, seenaa dheeraa fi qabeenya uumamaa bal'aa qabaachuu fi iddoo tarsiimawaa addunyaa irratti argamuun ishee iji addunyaa…
Oduu biyya keessaa Qilleensa Jijjiiramaa fi Imala Bilisummaa Ummata Tigraay Yonatan Birhanu Jul 24, 2026 0 Ummanni Naannoo Tigraay, "Meeshaa siyaasaa garee seeraan alaa ABUT (TPLF) taanee hin hafnu" jechuun sagalee isaa dhageessisaa jira. Ummanni kun uummata sabboonaa seenaa dheeraa fi aadaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti hojiiwwan nageenya cimsuu jabaatanii itti fufu – Obbo Awwaluu Abdii Yonatan Birhanu Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti nageenya cimsuun misooma waaraa mirkaneessuuf murannoon hojjetamaa jira jedhan Pirezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Biiznasii Daldala qabeenya hin mul’annee hayyama malee gaggeessuun dhorkaadha – Baankicha Yonatan Birhanu Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa daldalaa fi tajaajila qabeenya hin mul’annee (Virtual Asset) hayyama malee gaggeessuun dhorkaa ta'uu beeksise.…
Ispoortii Fuula Biraa Itoophiyaa – Tuuriizimii Ispoortii Yonatan Birhanu Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2018 (FMC) – Tuuriizimiin ispoortii Itoophiyaa keessatti babal'achaa dhufe, maqaa gaarii biyyattii ijaaruu bira darbee, galii biyya keessaa guddisuufis gumaacha…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa Magariisaa hojii dhalootaa irraa dhalootatti darbuudha Yonatan Birhanu Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) — Dhiibbaa uumamaa jijjiirama haala qilleensaa irraa kan ka’an dandamachuuf, haguuggii bosonaa guddisuuf, akkasumas wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf…
Biiznasii Itiyoo Telekoom galii Birrii biiliyoona 200 fi biliyoona15.8 argate Yonatan Birhanu Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 15, 2018 (FMC) — Itiyoo Telekoom bara baajataa 2018 xumurametti galii Birrii biiliyoona 200 fi biliyoona15.8 argadhe jedhe. Hojii Raawwachiiftuu Olaantuun Itiyoo…
Oduu biyya keessaa Bara baajatichaatti ijaarsi dhaabbilee, sirni dimokraasii fi guddinni misoomaa mirkanaa’eera –… Yonatan Birhanu Jul 21, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 xumurametti ijaarsi dhaabbilee, sirni dimokraasii fi guddinni misoomaa sadarkaa gaariin mirkanaa'uu Pirezidaantii Itti Aanaa fi…
Teeknooloojii Yuunivarsiitiin Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaa kalaqa teeknooloojii ni guddisa – Soofiyaa… Yonatan Birhanu Jul 20, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2026 (FMC) – Itti Gaafatamtuun Damee Barnootaa Gamtaa Afrikaa Soofiyaa Ashipaalaa akka jedhanitti, karoorri Itoophiyaan Yuunivarsiitii Hubannoo Namtolchee…