Idil Addunyaa Ameerikaan buufataalee niwukileraa Iraan haleelte Yonatan Birhanu Jun 22, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017(FMC) - Ameerikaan buufataalee niwukileraa Iraan sadii haleelte. Buufataalee kanneen keessaa gaarren gidduutti kan argamu buufatni Niwukileeraa…
Oduu biyya keessaa Buufataalee osoo boba’aan jiruu gatiin dabaluu mala jechuun dhoksanirratti tarkaanffiin ni… Yonatan Birhanu Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14,2017 (FMC) - Buufataalee osoo boba'aan jiru gatiin dabaluu mala jechuun hin jiru jedhan hordofuun Mootummaan tarkanffii ni fudhata jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Pirojektoonni uummataaf ijaaramanii uummataan kunuunfamu _BKO Yonatan Birhanu Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)_ Mootummaan barii jijjiiramaa irraa eegaluun rakkoowwan bulchiinsa gaarii gama ijaarsa pirojektootaan ture maksuuf baajata olaanaa ramadee pirojektoota…
Oduu biyya keessaa Garaagarummaa yaadaa dhiphisuuf walitti dhiyaatanii mari’achuu barbaachisa – Ministeera… Yonatan Birhanu Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017(FMC) - Garaagarummaa yaadaa dhiphisuuf walitti dhiyaatanii mari’achuu gaafata gaafata jedhe Ministeera Nageeyaa. Ministeerichi hoggantoota damee Nageenyaafi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ogeeyyii Fayyaa waliin mari’atan Yonatan Birhanu Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ogeeyyii Fayyaa waliin mari'atan. Dooktar Abiy Ahimad, marii tibbana kutaalee hawaasaa garagaraa waliin…
Idil Addunyaa Ameerikaan walittibu’iinsa kana keessa yoo seente haala hammaataatu uumama – Iraan Yonatan Birhanu Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC) – Ameerikaan walitti bu’iinsa Israa’elii fi Iraan keessa harka galchinaan haalli ulfaataan uumamuu dand’a jedhan Ministirri Dhimma Alaa Iraan Abbaas…
Oduu biyya keessaa Poolisiin humna yakka ga’umsaan ittisuun ergama isaa ba’chuu isa dandeessisu horateera- Pirezidaanti… Yonatan Birhanu Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017(FMC) - Poolisiin Itiyoophiyaa humna namaa fi tekinooloojii ammayyaa ergama yakka ittisuun nageenya waaraa uummataa fi biyyaa eegsisuu ga’umsaan ba’achuuf isa…
Oduu biyya keessaa Rizoortiin Keellaa Halaalaa bakka hawwata tuurizimii ogummaa ijaarsaa ammayyaa gonfatee dha Yonatan Birhanu Jun 20, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017 ( FMC) - Miseensonni paartilee morkattootaa Rizoortiin Keellaa Halaalaa bakka ga’umsa tuuriztootaa ogummaawwan ijaarsaa ammayyaa’oon itti walga’anii dha…
Oduu biyya keessaa Yaaliin fedhii aangoo humnaan raawwachiifachuuf geggeeffamu gatii hin malle nukaffalchiisaa jira –… Yonatan Birhanu Jun 20, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017 (FMC) – Yaaliin fedhii aangoo humnaan raawwachiifachuuf geggeeffamuu biyyattii gatii hin malle kaffalchiisaa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Yonatan Birhanu Jun 20, 2025 0 Finfinnee, Waxabajj 12, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhimmoota guguddoo murteessoo ta’an irratti Heera Mootummaa fooyyessuuf Mootummaan qophaa’aa dha jedhan.…