Ispoortii Boornimawuz fi Maanchiister Siitii Yonatan Birhanu May 19, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Sagantaa Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaa irratti Maanchiister Siitiin dirree isaan alatti imaluun halkan sa'aatii 3:30 irratti Boornimaawuz…
Oduu biyya keessaa Nageenyi lammiilee Sa’udii Arabiyaa jiraatanii eegamuu qaba – Dooktar Geediyoon… Yonatan Birhanu May 18, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) - Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos, nageenyi hojjettoota Itiyoophiyaa Sa'udii Arabiyaa jiraatanii eegamuu qaba jedhan. Dooktar…
Ispoortii Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan madaaliyaawwan dabalataa argatte Yonatan Birhanu May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC) - Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaa Gaanaa Akirqatti geggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaan madaaliyaawwan dabalataa argatteetti. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa walitti dhufeenya naannolee gidduu jiru cimsuu itti fufa – Obbo… Yonatan Birhanu May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa walitti dhufeenya naannolee gidduu jiru cimsuu irratti invastimantii guddaa taasisuu cimsee itti fufa jedhan Pirezidaantiin…
Ispoortii Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Waancaa Piriimiyer Liigii Dubartootaa Itiyoophiyaa Injifate Yonatan Birhanu May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa i Itiyoophiyaa Elektriikiin 2 fi 0n mo'achuun, shaampiyoonaa Piriimiyer Liigii Dubartootaa Itiyoophiyaa bara 2018 ta'eera.…
Ispoortii Maanchiisteer Yuunaayitiid Nootinghaam Fooreestiin Injifate Yonatan Birhanu May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC) – Sagantaa tapha Piriimeer Liigii Ingilaand torban 37ffaan Maanchiister Yuunaayitiid Nootingaam Fooreestiin 3 fi 2n injifateera. Tapha guyyaa sa'aatii…
Ispoortii Cheelsiin Zyaabii Aloonsoo leenjisaa taasisuun muude Yonatan Birhanu May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC)–Kilabni Lixa Landan Cheelsiin lammii Ispeen Zyaabii Aloonsoo leenjisaa kilabichaa taasisuun muuduu ifoomsera. Zyaabii Aloonsoon waggoottan arfan itti…
Oduu biyya keessaa Hojiiwwan Nageenyaa fi Misooma waloo Fayyadamummaa Hawaasaa Guddisuuf Naaannoolee sadaniin… Yonatan Birhanu May 17, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC) – Tumsa naannolee Oromiyaa, Beenishaangul Gumuz fi Gaambeellaa gidduu jiruun faayidaa Nageenyaa fi Misooma waloo fayyadamummaa hawaasaa guddisuuf hojiileen…
Oduu biyya keessaa Paartiin badhaadhinaa biyya hundaaf miijattu ijaaraa jira – Aadde Sa’aadaa Abdurramaan Yonatan Birhanu May 16, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2018(FMC) - Paartiin Badhaadhinaa cabiinsawwan turan furuun biyya hundaaf taatu ijaaruuf cimee hojjetaa jira jedhan Af-yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa Gara Wiirtuu Diinagdee fi Geejjiba Addunyaatti… Yonatan Birhanu May 14, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa7, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan dursa seenaa aviyeeshinii Afriikaa keessatti qabdu gara sadarkaa olaanaatti kan ceessisuu fi humna diinagdee ishee kan jijjiiru boqonnaa seenaa…