Ispoortii Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa gara Chaayinaatti qajeele Yonatan Birhanu Mar 19, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) - Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa shaampiyoonaa Atileetiksii Mana keessaa Idil addunyaa irratti hirmaatu gara Naanjingi Chaayinaatti halkan edaa…
Biiznasii Boordiin Invastimantii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 72 galmeessisaniif… Yonatan Birhanu Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) –Boordiin Invastimantii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa kuma 2 fi 500 ol Kaappitaala Birrii Birrii 72 ol galmeessisaniif lafa Invastimantii murteesseera.…
Biiznasii Misooma bunaa Itiyoophiyaaf liqiin yeroo dheeraa Yuuro miliyoonni 10 eeyyamame Yonatan Birhanu Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9,2017(FMC) – Mootummaan xaaliyaanii fuuncaa sonaa misooma bunaa Itiyoophiyaa garggaaruuf liqii yeroo dheeraa yuuroo Miliyoona 10 eeyyamuun ibsame. Abbaan Taayitaa…
Idil Addunyaa Hariiroon gamlamee Itiyoophiyaa fi Mooritaaniyaa cimee akka itti fufu ibsame Yonatan Birhanu Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017(FMC) - Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen yeroo hojii isaanii kan xumuran Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Moriitaaniyaa Kadijjaa Mibaarakiin geggeessan …
Ispoortii Niwkasil Yuunaayitid 2-1 Liivarpuul Yonatan Birhanu Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) - Niwukaasil Yuunaayitid waggaa 57 booda waancaa waliin araarameera. Tapha xumuraa Wancaa Kaarbaa'oo Ingiliz Niwuukaasil Yuunaayitid Liivarpuuliin 2:1…
Uncategorized Harar qabeenya Tuurizimii daawwatamuu qabdu-WMM Yonatan Birhanu Mar 16, 2025 0 Fiinfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Qabeenya tuurizimii Itiyoophiyaan qabdu hedduu keessaa gamoo duriin kan marfamte magaalli Harar daawwatamuu akka qabdu ibsameera. Waajjirri…
Ispoortii Dorgommii maaraatonii Barsaloonaa Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan Yonatan Birhanu Mar 16, 2025 0 Finfinnee,Bitootessa 7, 2017(FMC) - Dorgommii maaraatonii Barsaloonaa Atileetonni Itiyoophiyaa injifatatan. Dorgommii ramddii dhiiraan Tasfaayee Dirribaa saa'atii 2 Daqiiqaa 4 sekondii…
Ispoortii Taphni Piriimar liigii Arsenaalii fi Chalsii akkaan eegamaa dha Yonatan Birhanu Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Tapha piriimar liigii Ingiliz torbee 29ffaan taphni Arsenaalii fi Chalsii akkaan eegamaa jira. Falmiin kilaboota lamaanii saa’atii 10:30 irraa eegalee…
Idil Addunyaa Ameerikaan qabiyyeewwan Finciltoota Huutii haleelte Yonatan Birhanu Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Ameerikaan qabiyyeewwan ficiltoota Huutii Yaman humna qilleensaan haleeluu ishee Pirezidaanti Doonaaldi Tiraampi beeksisan. Pirezidaanti Tiraampi…
Ispoortii Dorgommiin xumuraa Waancaa Kaarabaa’oo galgala har’aa geggeeffama Yonatan Birhanu Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Dorgommiin xumuraa Waancaa Kaarabaa'oo galgala har'aa saa'a 1:30 irratti istaadiyeemii Wembileeyitti Liivarpuulii fi Niwukaasil Yuunaayitid gidduutti…