Afrikaan Mana Maree Nageenyaa keessaa Teessoo Dhaabbataa Dhabuun Haq-maleessummaadha – Antooniyoo…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomanii keessatti teessoo dhaabbataa dhabuun haq-maleessummaa dhaabbilee idil-addunyaa kan calaqqisiisudha…