Itiyoo Teeleekoomiin maamiltootaaf kennaa galateeffannaa gumaache
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Itiyoo Teeleekoomiin boruu eegalee kennaa galateeffannaa maamiltootaaf gumaache jedhe.
Boruu eegalee guyyoota sadiif kan turu Tajaajila Interneetii…