Oduu biyya keessaa Diinagdeen keenya bu’uurarraa cimaa jira-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Jan 30, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC)-Qormaatilee hedduu dura dhaabbachaa utuu jirru, diinagdeen keenya bu’uurarraa cimaa jira jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Godina Walaayittaafi Magaalaa Arbaaminiciitti haala yeroorratti mariin gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Jan 30, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2015(FBC)- Godina Walaayittaafi Magaalaa Arbaaminicitti haala yeroo biyyaalessaafi naannoorratti mariin gaggeeffamaa jira. Jiraattota Magaalaa Arbaaminciifi…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuun durfamu Shawaa Kibba Lixaatti hojiilee misooma qonnaa daawwate Sifen Megersa Jan 30, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Birroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Shawaa Kibba Lixaatti hojiilee misooma qonnaa daawwateera. Jilli kun Aanaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Miseensota Mana Maree Ministirootaa waliin raawwii hojii walakkaa waggaa gamaaggamaa… Sifen Megersa Jan 30, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Miseensota Mana Maree Ministirootaa waliin raawwii hojii walakkaa waggaa gamaaggamaa jiru. Raawwii hojii baatiwwan…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Gumuruukaa deeggarsa meeshaalee Birri miiliyoona 24.7’tti tilmaamamu taasise Debela Tadesse Jan 29, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2015 (FBC)- Komishiniin Gumurukaa Godina Shawaa Kibba-Lixaatti deeggarsa meeshalee garaagaraa Birrii miiliyoona 24.7’tti tilmaamamu harka qalleeyyiif taasise.…
Oduu biyya keessaa Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Jibuutiitti damee isaa banuufi Debela Tadesse Jan 29, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2015 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Jibuutitti tajaajila baankiif damee isaa banuufi. Jilli Qondaaltota Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa, Qondaaltota Abba…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti weerara lafaa dabalatee kanneen seera cabsan kuma 263’rratti tarkaanfiin… Debela Tadesse Jan 29, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2015 (FBC)- Baatiiwwan 6’n darban weearara lafaa, daldala seeraan alaa dabalatee, kanneen seera cabsan 263 irratti tarkaanfii fudhachuu Abbaan Taayitaa Kabachiisa…
Oduu biyya keessaa Hojiin humna shororkeessaa Shanee hordofanii dhabamsiisuu cimee itti fufuun ibsame Debela Tadesse Jan 29, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaa Godinaalee Gujii fi Booranaa akkasumas naannawaa daangaa Naannoo Somaalee Ityoophiyaatti duulli humna shororkeessaa Shanee…
Oduu biyya keessaa Xiyyaarri Chaayinaan hojjette balalii idilee jalqaban milkaa’e Debela Tadesse Jan 29, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2015 (FBC)- Chaayinaan dandeetti isheen kan oomishte xiyyaarri “C-919" jedhamu, balalii yaalii boodaa kaleessa balalii idilee jalqabaa milkaa’inaan gaggeessuun…
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaaritti haala yeroo biyyaarratti mari’atamaa jira Debela Tadesse Jan 29, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2015 (FBC)- Naannoo Afaaritti haala yeroo nageenyaa fi siyasaa biyyaarratti kan xiyyeeffate mariin hawaasa gaggeeffamaa jira. Maricharratti Pireezidaantii Naannoo…