Teeslaan roobootii gochaalee garaagaraa raawwachuu danda’u ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Ameerikaa Teeslaan roobootii si’a tokkotti gochaalee garaagaraa raawwachuu danda’u ifoomsuu gabaafame.
Roobootichi miilaan adeemuu, harka…