Jilli Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Jimmaa Aanaa Dedootti misooma qamadii jallisii daawwate
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) – Jilli Itti aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Jimmaa Aanaa Dedootti misooma Qamadii Jallisii daawwateera.…