Waajabila Faanaa Abbaa warraa haadha warraa isaa saame Ayana Dheressa Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti namni dhuunfaan haadha warraa isaa saame to’atame. Namni dhuunfaa kun kutaa magaalichaa aanaa 11…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Ityoophiyaa Sudaan Keessan jiran rakkoon akka hin muudanne xiyyeeffannoon hojjetamaa jira… Sifen Megersa Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa Sudaan keessan jiran rakkoon akka hin muudanne xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Biyya keessaa Sudaan beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan waltajjii waloo Ityoo-Raashiyaa 8ffaaf qophii taasisaa jirti Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ityoophiyaan kan keessummeessitu waltajjii waloo Ityoo-Raashiyaa 8ffaaf qophii taasifamaa jirurratti mariin Ministeera Innooveeshinii fi Teekinoolojiin…
Oduu biyya keessaa Muuxannoo Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa gara biyyoota Afrikaa birootti kan babal’isu ta’uu DhMG… Ayana Dheressa Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ashaaraan magariisaa damee tumsaa biyyoota naannawichaa akka ta’uuf Ityoophiyaan hojjechaa jiraachuu Ittaanaan Muuummee Ministiraafi Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Turizimii boruu eegalee magaalaa Asoosaatti ni kabajama Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) - Guyyaan Turizimii Addunyaa sadarkaa biyyaalessaatti boruu eegalee magaalaa Asoosaatti ni kabajama. Guyyichi yeroo 35ffaaf kan kabajamu yoo ta'uu, mata…
Ispoortii Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) - Taphni gulaallii Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii gita isaa Diimookiraatawaa Koongoo waliin gaggeesse goolii malee qixa…
Oduu biyya keessaa DhMG Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa guddisuuf kutannoo qabaachuu ibse Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa lammiilee deeggarsa barbaadaniif taasisu guddisuuf kutannoo qabaachuu ibse.…
Biiznasii Baankiin Siinqee waltajjii tajaajila baankii guutuu kennuu eegaluufi mallattoo daldalaa haaraa… Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Baankiin Siinqee waltajjii tajaajila baankii guutuu kennuu eegaluufi mallattoo daldalaa haaraa itti beeksisu hoteela Sharaatanitti gaggeesseera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Sudaan Kibbaa diinagdeen waliin hojjechuuf waliigalan Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Ityoophiyaafi Sudaan Kibbaa ijaarsa bu’uuraalee misoomaa fi walitti hidhamiinsa diinagdeen waloon hojjechuuf haala danda’anirratti mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Kibbaa piroojektoota 93 qorachuun raggaasise Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Uummattoota Kibbaa walga’ii idilee guyyaa har’aa gaggeesseen piroojektoota invastimantii garaagaraarratti mari’achuun murtoo…