Namootaa waraqaa eenyummaa sobaan burjaajii uumanirratti tarkaanfiin fudhatama jira
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC)- Namoota dhuunfaa waraqaa eenyummaa sobaa qopheessuun ‘Miseensa Dhaabbata Tajaajilaa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa, dhabbilee mootummaa fi kanneen…