Biiznasii Suuqiin gogaafi bu’aalee gogaa qaraxarraa bilisaa baname Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Suuqiin gurgurtaa gogaafi bu’aalee gogaa qaraxarraa bilisaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti banamuu Ministeerri Indaastirii beeksise.…
Oduu biyya keessaa ABUT midhaan deeggarsa namoomaaf dhiyaate waraanaaf fayyadamaa jiraachuu mirkanaa’e Sifen Megersa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT midhaanii fi meeshaalee deeggarsa namoomaa Ummata Tigraayiif dhiyaatu waraanaaf fayyadamaa jiraachuu mirkanaa’eera.…
Oduu biyya keessaa Lakkoofsi herrega baankii diyaaspooraan RIB’f deeggarsa taasisu ifoome Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa, Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyya alaa jiraatan Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisuu akka danda’aniif…
Oduu biyya keessaa Ummata Tigiraay waraanaaf kan saaxilaa jiru ABUT gochaa shorkeessummaa isaa argisiisa-Ministeera… Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Ummata Tigiraayi irra deebiin gara waraanaatti kan galchaa jiru shororkeessaan ABUT ummataaf kan hindhaabbanne gochaa shororkeessumaa isaa kan…
Oduu biyya keessaa Dippiloomaatonni biyya baraaruuf ittigaafatamaa bahachuu qabu-Amb. Burtukaan Ayyaanoo Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Dippiloomaatonni ergama kennameef ga’umsaan hojirra oolchuun sochii biyya baraaruu keessatti ittigaafatama isaanii bahachuu akka qaban Ministir Deetaan…
Oduu biyya keessaa Koorporeeshinichi galteewwan qonnaa Birrii biiliyoona 62 dhiyeesseera Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Koorporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Ityoophiyaa bara baajataa xumurame galteewwan qonnaa fi meeshaalee qonnaa Birrii biiliyoona 62 ol baasaan fayyadamtootaaf…
Oduu biyya keessaa Guddina Ityoophiyaa mirkaneessuurraa humni lafaa nu dhaabu hinjiraatu-Aadde Adaanech Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Guddina Ityoophiyaa mirkaneessuurraa kan nu dhabuu danda’u humni lafarraa tokkollee hinjiraatu jechuun Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Waamicha nageenyaa hunduu akka simatu Pireezidaanti Saahilawarqi waamicha dhiyeessan Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Waamicha nageenyaa haadholiin Ityoophiyaa fi jaallattoonni nageenyaa dhiyeessan hunduu simatee deebii hojiirraa oolmaa akka kennan Pireezidaantiin FDRI…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan deeggarsa misooma tuuriizimii Afrikaa akka cimsitu gaafatame Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Qabeenya tuurizimii biyyoota Afriikaa misoomsuuf tattaffii gama maraan taasisaniif chaayinaan deeggarsa taasistu cimsitee akka itti fuftu waamichi…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Haqaa Biiroolee Haqaa naannoolee waliin mari’achaa jira Debela Tadesse Sep 1, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) –Ministeerri Haqaa Biiroolee Haqaa naannoolee waliin Magaalaa Bishooftuutti mari’achaa jiraachuun eerame. Waltajjii marichaarratti raawwiin karooraa bara…