Qabeenya socho’aa wabiin qabsiisuun baankileerraa liqeeffachuun yeroo gabaabaa keessatti akka eegalu…
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)-Sirni qabeenya socho’aa wabiin qabsiisuun baankileerraa liqeeffachuu yeroo gabaabaa keessatti akka eegalu Baankiin Biyyaalessaa Ityoophiyaa beeksise.…