ABUT daa’imman fuuldura hiriirsuun irbaata rasaasaa taasisaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – ABUT daa’imman fuuldura hiriirsuun irbaata rasaasaa taasisuun yakka raawwachaa jiraachuu ibsame.
Garichi waamicha nageenyaa mootummaan taasiseef…