Naannichi koree farra malaammaltummaa miseensota 7 of keessaa qabu hundeesse
Finfinnee, Mudde 4, 2015(FBC)- Naannoon Beenishaangul Gumuz koree farra malaammaltummaa miseensota 7 of keessaa qabu hundeessuu ibsame.
Pireezidaantiin naannichaa obbo Ashaadilii Hasan,…