Koolleejjiin Faarmaa Damee Shaashamannee barattootaa 768 eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Koolleejjiin Faarmaa Damee Shaashamannee barattootaa ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 768 eebbisiiseera.
Kolleejjichi barattoota diigrii jalqabaatiin…