Guyyaatti tajaajilli viizaa oonlaayinii 800-1500 kennamaa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) –Tajaajilli oonlaayinii dhiyeenya kan jalqabe ta’us, guyyaatti tajaajila viizaa oonlaayinii 800-kuma 1 fi 500 kennamaa jiraachuun eerame.
Qonsilaatti,…