Guyyaan Sabaaf sablammootaa 17ffaan mata duree ‘tokkummaa sabdaneessaa nageenya waaraaf’ jedhuun…
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Guyyaan Sabaaf sablammoota Ityoophiyaa 17ffaan mata duree ‘tokkummaa sabdaneessaa nageenya waaraaf’ jedhuun kan kabajamu ta’uu Manni Maree…