Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti agarsiisni oomishaalee qonnaa baname Ayana Dheressa Dec 6, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti mata duree “Qonna dhiibbaa guddaa akka uumu dandeessisuu” jedhuun agarsiisni oomishaalee qonnaa Komishinii Diinagdee Afrikaatti…
Oduu biyya keessaa Jaappaan lammiilee sababa hongeefi waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii biiliyoona 1.3 taasisuufi Sifen Megersa Dec 6, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Mootummaan Jaappaan lammiilee sababaa hongee fi waraanaan miidhamaniif deeggarsaa namoomaa kan oolu Birrii biiliyoonaa 1.3tti tilmaamamuu taasisuufi…
Oduu biyya keessaa Naannichatti qabeenyi dhuunfaafi waloo qaama sadaffaaf akka hin dabarfamne dhorkiin kaa’ame Ayana Dheressa Dec 6, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Naannoo Somaaleetti qabeenyi dhuunfaafi waloo qaama sadaffaaf akka hin dabarfamne dhorkiin yeroo kaa’amuu Koreen farra malaammaltummaa naannichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Raashiyaan michuu cimtuu fi yeroo rakkoo Ityoophiyaati – Dooktar Ballaxaa Mollaa Sifen Megersa Dec 6, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Walga’iin komishinii waloo diinagdee,saayinsii fi Daldalaa Ityoo -Raashiyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Walga’icha haasaan kan banan daayireektarri…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaa Konkolaattota dhaalaman irraa lakkoofsa gabatee hiikuun gocha seeraan alaaf itti… Ayana Dheressa Dec 6, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Namni dhuunfaa Konkolaattota dhaalaman irraa lakkoofsa gabatee hiikuun gocha seeraan alaaf itti fayyadamaa ture harkaa harkatti to’atamuu Poolisiin…
Oduu biyya keessaa Walga’iin komishinii Waloo Ministiroota Ityoo-Raashiyaa 8ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Dec 6, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Walga’iin komishinii waloo Ministirootaa Ityoo-Raashiyaa 8ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Walga’iichi har’aaf boruu kan gaggeeffamu…
Ispoortii Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoonni moo’atanii darbuu marsaa xumuraa ni taphatamu Sifen Megersa Dec 6, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoonni moo’atanii darbuu marsaa xumuraa 2 ni taphatamu. Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphni Moorokoon Ispeen…
Ispoortii Kirooshiyaan Jaappaaniin injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte Debela Tadesse Dec 5, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Kiroosiyaan rukuttaa adda bahiinsaan 3 fi 1’n Jaappaan injifachuun tapha nuusaa xumuraaf darbarte. Gareewwan lameen morkii cimaa gaggeessaniin, daqiiqaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Saahilawarqi Zawudeen Ityoophiyaatti Bakka Bu’aa UNESCO waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 5, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Ityoophiyaatti Bakka Buutuu Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii Fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNESCO )…
Oduu biyya keessaa Hayyoonni birmadummaa fi nageenya waaraa Ityoophiyaaf gahee isaanii bahachuu qabu-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Dec 5, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Hayyoonni haala qabatamaa Ityoophiyaa hubachuun birmadummaa fi nageenya waaraa isheef gahee isaanii bahachuu qabu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…