Oduu biyya keessaa Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa galgala kana Finfinnee ni gala Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaarratti 18ffaarratti hirmaachuun injifannoon golobe galgala kana Finfinnee ni…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa manneen amantaa hundatti sagantaan galateeffannaa… Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa ergaa galateeffannaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dhiyeessan hordofee manneen amantaa…
Oduu biyya keessaa Seergee Laavroov daawwannaa Ityoophiyaa xumuruun gara biyya isaaniitti deebia’an Debela Tadesse Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Raashiyaa Seergee Laavroov daawwannaa isaanii Ityoophiyaa xumuruun gara biyya isaaniitti deebi’aniiru. Laavroov kaleessa gara…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi sirna haaraa raawwii hojii abbootii alangaa madaalu qoratee hojiirra oolche Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ministeerri Haqaa sirna haaraa raawwii hojii abbootii alangaa madaalu qoratee hojiirra oolchuu beeksiseera. Hojjettoota gidduutti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis injifannoo jilli Atleetiksii Ityoophiyaa galmeessise ilaalchisee ergaa baga… Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Bulchiinsa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan injifannoo Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa18ffaa irratti…
Idil Addunyaa Biyyoonni Gamtaa Awurooppaa itti fayyadama gaazii hir’isuuf waliigalan Debela Tadesse Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ministiroonni Inarjii biyyoota Gamtaa Awurooppaa kaleessaa Biraasalsitti walga’ii gaggeessaniin itti fayyadama boba’aa gaazii %15 hir’isuuf…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii Goree-Maashaa-Teeppii %35 ga’uu ibsame Debela Tadesse Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa Oromiyaa fi Gambeellan walquunnamsiisuuf ijaarsi daandii Goree-Maashaa-Teeppii %35 ga’uun ibsame. Sadarkaan…
Oduu biyya keessaa Dhorkiin nyaata lukkuu fi bu’aalee lukkuu kaa’amee ture kaafame Debela Tadesse Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) - Sababa dhibee lukkuu magaalaa Bishooftuutti uumamee tureen dhorkiin nyaata lukkuu fi bu'aalee lukkuu kaa'amee ture kaafamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
Biiznasii IMF raaga guddina diinagdee addunyaa %3.2’tti gadi buuse Debela Tadesse Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa (IMF) raaga guddina diinagdee Addunyaa %3.2’tti gadi buuseera. Qaala’iinsa gatii addunyaa dabalatee weerara vaayiraasii…
Oduu biyya keessaa Ergaan Muummee Ministiraa ayyaana nuuf kennameen ol ka’iinsa Ityoophiyaaf hojjechuu akka qabnu… Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ergaan Muummee Ministiraa gidiraa fi qormaata nurra ga’eef osoo hin taane ayyaana nuuf kennameen ol ka’iinsa Ityoophiyaaf hojjechuu akka…