Manneen Riil Isteetii lammiilee galii gadi aanaa argatan giddugala akka taasisan gafaatame
Finfinnee,Sadaasa, 5 2015,(FBC)- Manneen Riil Isteetiin ijaaraman lammiilee galii olaanaa qaban qofaa osoo hin taane laammilee galii gadi aanaafi giddugaleessa argatan hirmaachisuu akka…