Oduu biyya keessaa Fiilmin KEESKOO Eebbifame Ayana Dheressa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Fiilmin KEESKOO magaala Finfinnee Hoteela Eliyaanatti guyyaa har’aa eebbifameera. Qabiyyeen fiilmichaas KEES KOO kan jedhu yoo ta'u aadaa godinaalee…
Oduu biyya keessaa Nageenyi guddinaaf qofa osoo hin taane akka biyyaatti itti fufuuf dhimma murteessaadha jedhame Ayana Dheressa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Nageenyi guddinaaf qofa osoo hin taane akka biyyaatti itti fufuuf dhimma murteessaa waan ta’eef garaagarummaa dhippisuun, wal danda’uun, wal kabajuufi…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa kaappitaala Doolaara miiliyoona 49 galmeessisan paarkiiwwan indaastirii… Ayana Dheressa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Bara baajataa 2014tti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Doolaara miiliyoona 49 galmeessisan paarkiiwwan indaastirii keessatti hojii eegaluu Korporeeshiniin…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti tajaajilli lammummaa mata duree ” haadha koof mana ijaaree eebba nan fudhadha… Ayana Dheressa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Adoolessa 18 irraa eegalee guutuu Oromiyaatti kenni tajaajila lammummaa mata duree '' haadha koof mana ijaaree eebba nan fudhadha '' jedhuun kan eegalu…
Oduu biyya keessaa Naannoo Gambeellaatti hoggantoonni 5 itti gaafatamumaarraa kaafaman Ayana Dheressa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Naannoo Gambeellaatti gamaaggama mootummaa fi paartii guyyoota shaniif gaggeeffamaa tureen hoggantoonni 5 itti gaafatamumaa isaaniirraa akka kaafaman…
Oduu biyya keessaa Kolleejjiin Giloobal Amboo barattoota sagantaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1fi 200 ol eebbisiise Ayana Dheressa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Kolleejjiin Giloobal Amboo barattoota sagantaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 200 ol eebbisiiseera. Kolleejjichi barattoota digrii jalqabaafi…
Oduu biyya keessaa Naannolee damee Intarpiraayizii Oomishaan raawwii hojii gaarii galmeessaniif beekamtiifi badhaasni… Ayana Dheressa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Naannolee damee Intarpiraayizii Oomishaan raawwii hojii gaarii galmeessaniif beekamtiifi badhaasni kennamuu ibsame. Misoomni Intarpiraayizii…
Oduu biyya keessaa Obbo Oodriin Badriin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman waliin mari’atan Ayana Dheressa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Pirezidaantiin naannoo Hararii Obbo Oodriin Badriin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman Isteefan Awuur waliin haala sochii misooma naannichaa misooma…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Mana Maree Naannoo Kibbaa muudama garaagaraa raggaasisuun xumurame Ayana Dheressa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Yaa’iin Mana Maree Naannoo Uummattoota Kibbaa muudama garaagaraa raggaasisuun xumurameera. Mana marichaan kan muudaman qaamolee raawwachiistotaa 2 fi…
Oduu biyya keessaa Dirree Dawaatti piroojektoonni Birrii biiliyoona 1.2 ijaaraman eebbifaman Ayana Dheressa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Magaalaa Dirree Dawaatti piroojektoonni 20 Birrii biiliyoona 1.2 ijaaraman eebbifaman. Piroojektoonni kunneen bakka Af Yaa’iin magaalaa Dirre Dawaa…