Naannawaa daldala walabaa Dirree Dhawaa bu’aa qabeessa taasisuuf waloon hojjechuuf waliigalame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Koorporeeshiniin Misoomaa Paarkiiwwan Indaastirii Bulchiinsaa Magaalaa Dirree Dhawaa waliin ta’uun naannawicha bu’aa qabeessaa taasisuuf waliigalan.…