Ministeerichi naannoo Tigraayiif qorichootaa fi meeshaalee yaala fayyaa dhiyeessaa jiraachuu…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa dhaabbilee deeggartootaa waliin ta’uun qorichootaa fi meeshaalee yaala fayyaa naannoo Tigraayiif dhiyeessaa jiraachuu beeksiseera.…