Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Turkii waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 5, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Abuu Daabiitti Ministiraa Alaa Turkii Meeviiluut Kaashuusooguuluu…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Emireetoota Araba Gamtoomanii waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 5, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira dhimma Alaa Emireetoota Araba Gamtoomanii Sheek…
Oduu biyya keessaa Waliigalticha ilaalchisee hawaasa Dippiloomaasii Ityoophiyaatti argamaniif ibsi kenname Sifen Megersa Nov 5, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Waliigaltee nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasifame ilaalchisee hawaasa Dippiloomaasii Ityoophiyaatti argamaniif ibsi kennameera.…
Oduu biyya keessaa Godina Baalee Bahaatti hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsi taasiifame Sifen Megersa Nov 5, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) –Dhaabbileen garaagaraa Godina Baalee Bahaatti hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsi taasiisan. Dhaabbanni 'World Vision' Godina Baalee Bahaa aanaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa hojii kaartaa diroonii babal’isuuf waliigaltee mallatteessan Sifen Megersa Nov 5, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa fi Kooriyaa Kibbaa gidduutti hojii kaartaa diroonii babal’isuuf waliigaltee mallattaa’eera. Ministeerri Bu’uuraalee Misoomaa FDRI fi…
Oduu biyya keessaa Waldaaleen bifa haaraan gurmaa’anii hojjechuu qabu – Obbo Awwaluu Abdii Sifen Megersa Nov 5, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Waldaaleen Hojii Gamtaa bifa haaraan gurmaa’anii hojjechuu akka qaban Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee Nageenyaa taasifame hojiirra oolchuuf ni hojjenna – BMNA Sifen Megersa Nov 5, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Waliigaltee Nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasifame hojiirra oolchuuf kan hojjetu ta’uu Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Afaar…
Biiznasii Baalli Sammuu namaa adoochu Birrii miiliyoona 255tti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa Nov 5, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 39.9tti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise. Onkololeessa 18…
Uncategorized Irreechi Malkaa Baaroo kabajame Sifen Megersa Nov 5, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) –Ayyaanni Irreechaa Naannoo Gaambeellaa Malkaa Baarootti kabajameera.. Sirna kanarratti abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, Qeerroo fi Qarreewwan,…
Uncategorized Waliigaltichi Ityoophiyaatti nageenya waaraa buusuuf boqonnaa haaraa kan banu – Oliiseengoo… Sifen Megersa Nov 4, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) –Waliigalteen Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasifame Ityoophiyaatti nageenya waaraa buusuuf boqonnaa haaraa kan banu ta'uu Pireezidaantiin…