Oduu biyya keessaa Laallibalaatti tajaajilli Elektirikaa adda citee ture eegale Sifen Megersa Nov 3, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Laallibalaatti tajaajilli dhiyeessii Humna Elektirikaa adda citee ture eegaluu ibsameera. Magaalittiitti walitti bu'iinsa Kaaba…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Chaayinaa waliigaltee nageenyaa Ityoophiyaatti taasiifame dinqisiifate Sifen Megersa Nov 3, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Mootummaan Chaayinaa waliigaltee nageenyaa Ityoophiyaatti taasiifame kan dinqisiifatu ta'uu beeksiise. Waliigaltee nageenyaa Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee nageenyaa mallattaa’een kan injifatte Ityoophiyaadha- Pireezidaanti Saahilawarq Zawdee Ayana Dheressa Nov 3, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Waliigaltee nageenyaa mootummaafi ABUT gidduutti mallattaa’een kan injifatte Ityoophiyaadha jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.…
Oduu biyya keessaa Antooniyoo Gutareez waliigaltee nageenyaa Ityoophiyaa dinqisiifatan Ayana Dheressa Nov 3, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez waliigaltee nageenyaa mootummaa Ityoophiyaafi ABUT gidduutti mallatteeffame…
Oduu biyya keessaa Hiriirri waliigaltee nageenyaa mallatteeffame deeggaru Waashingitan Dc’tti gaggeeffame Ayana Dheressa Nov 3, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) –Ameerikaa magaalaa Waashingitan DC’tti haleellaa Ajaja Kaabaarratti raawwatame yaadachuufi waliigaltee nageenyaa mootummaa fi ABUT gidduutti taasifame…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen nageenyaa mallatteeffame nageenya Ityoophiyaaf tarkaanfii murteessaadha- Kaanaadaa Ayana Dheressa Nov 3, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Waliigalteen nageenyaa Mootummaafi ABUT gidduutti mallatteeffame nageenya Ityoophiyaaf tarkaanfii murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti tajaajilli haaromsa waraqaa eenyummaa Sadaasa 1, 2015 irraa eegalee ni kennama… Ayana Dheressa Nov 3, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti tajaajilli haaromsa waraqaa eenyummaa Sadaasa 1, 2015 irraa eegalee ni kennamuu kan jalqabu ta’uu Sadarkaa Ittaanaa…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen nageenyaa galma akka gahuuf mootummaan tattaaffii eegale cimsee itti fufa- Dooktar… Ayana Dheressa Nov 3, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Waliigalteen nageenyaa mootummaafi ABUT gidduutti taasifame galma akka gahuuf mootummaan tattaaffii eegale cimsee kan itti fufu ta’uu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee nageenyaa taasifame kan dinqisiifatan ta’uu Ministirri Dhimma Alaa Beeljiyeem ibsan Ayana Dheressa Nov 3, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Waliigaltee nageenyaa mootummaa Ityoophiyaafi ABUT gidduutti taasifame kan dinqisiifatan ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Beeljiyeem Haajaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliigaltee nageenyaa kan deeggaru ta’uu ibse Ayana Dheressa Nov 3, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliigaltee nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaafi ABUT gidduutti mallatteeffame kan deeggaru ta’uu ibse.…