Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 36 Liibaanosii deebi’an Debela Tadesse Oct 24, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC)– Lammiileen Ityoophiyaa Liibaanositti rakkoo keessa turan 36 gara biyya isaaniitti deebi’aniiru. Lammiileen kunneen Liibaanositti rakkooleen…
Oduu biyya keessaa ”Ummanni goota hin qabne seenaa hin qabu”- Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Oct 23, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015 (FBC) – "Ummanni goota hin qabne seenaa hin qabu"-jedhan Pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Waggaa 100ffaa Guyyaa…
Oduu biyya keessaa Hojii Waajjirri Giiftii Duree damee barnootaan akkasumas magaalotatti wabii nyaataa mirkaneessuuf… Ayana Dheressa Oct 23, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Hojii Waajjirri Giiftii Duree damee barnootaan akkasumas magaalotatti wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetu kan dinqisiifatamu ta’uu Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Sirni kabaja guyyaa dhaloota Birgaader Jeneraal Taaddasaa Birruu Waggaa 100’ffaan Magaalaa… Ayana Dheressa Oct 23, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Sirni kabaja guyyaa dhaloota Birgaader Jeneraal Taaddasaa Birruu Waggaa 100’ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera. Sirni kabaja guyyaa dhaloota…
Oduu biyya keessaa Hojii misooma qamadii itti fufsiisuun nyaataan of danda’uu qaban- Obbo Awwal Arbaa Ayana Dheressa Oct 23, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Hojii misooma qamadii eegalle itti fufsiisuun nyaataan of danda’uu qaban jedhan Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan. Obbo Awwal Arbaan…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misooma qonnaa eegalaman nyaataan of danda’uurra darbee birmadummaa diinagdeef bu’uura kan… Ayana Dheressa Oct 23, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Hojiileen misoomaa damee qonnaan eegalaman nyaataan of danda’uurra darbee birmadummaa diinagdee biyyattiif bu’uura kan kaa’an ta’uu anga’oonni olaanoon…
Oduu biyya keessaa Mootummaan uummata biyyattii birmadummaafi kabaja Ityoophiyaaf sagalee isaanii dhageessisan… Ayana Dheressa Oct 23, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa uummata biyyattii birmadummaafi kabaja Ityoophiyaaf sagalee isaanii dhageessisan galateeffachuu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Idil Addunyaa Mariin jijjiirama qabeenya qilleensaarratti xiyyeeffate Jibuutiitti gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Oct 23, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Mariin jijjiirama qabeenya qilleensaarratti xiyyeeffate Jibuutiitti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame. Maricharratti Ityoophiyaan bakka bu’uun jilli…
Idil Addunyaa Pireezidaant Shii Jiipiing yeroo 3ffaaf filataman Ayana Dheressa Oct 23, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiipiing yeroo 3ffaaf filannoo Pireezidaantummaa biyyattiin filatamaniiru. Yeroo 3ffaaf irra deebiin filatamuu…
Oduu biyya keessaa Warshaan daabboofi daakuu waajjira Giiftii Dureen Magaalaa Aggaarootti ijaarame eebbisiifame Ayana Dheressa Oct 23, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Warshaan daabboofi daakuu waajjira Giiftii Dureen Magaalaa Aggaarootti ijaarame eebbisiifameera. Warshichi guyyaatti daabboo kuma 300fi daakuu…