Waraqaan qabiyyee lafaa hektaara kuma 424 horsiisee bultootaaf kenname
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)– Waraqaan qabiyyee lafaa hektaara kuma 424 horsiisee bultootaa Godina Baalee Bahaa Aanaa Raayituu fi Saawweenaaf kennamuu Biiroon Lafaa Oromiyaa ibse.…